#yakka_ulfaataa Humnootni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon haala suukkaneessaan ilmaan Oromoo morma irraa kutanii handhuura irra kaayanii ittin dhaadataa...
Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa irraa jalqabanii Godina Salaalee Darraa haleelaa jiru. [SQ,Onkoloolessa 2,2023] Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa Onkoloolessa 1,2023...
Magaala Gimbiitti hawaasni geejjiba dhabuun danqame. [SQ,Onkolooleess 2,2023] Wallagga Lixaa magaalaa Gimbii irraa uummati Oromoo danqamuu odeessi...
Suuraa sochii Faannoo Godina Jimmaa saaxilte jechuudhaan dargaggoon Sulxaan Abbaa Joobir hidhame [SQ,Fulbaana 30 2023] Jiraataa Aggaaroo...
Godina Iluu Abbaa Booraa Magaala Godinattii kan taate Mattuuti caasaan Faannoo sochii taasisaa jira. [SQ,Fulbaana 28,2023] Caasaan...
Godinaa Wallagga Lixaa Aanaa Begiitti;Godina Qellam Wallaggaa Anfillootti dhibee busaa fi beelaan uummati Oromoo dhumaa jira. Akkuma...
Du’e jedhanii booyanii hin awwaallanne jira jedhanii barbaadanii hin arganne gooticha sanyii Warqituu Iyyaasuu Mohaammad Gootni ni...
Mootummaan Impaayera Itoophiyaa daandii imalaa ugguraa jira. [SQ, Fulbaana 27 2023] Yeroo si’anaa kana erga mootummaan Prosperity...
Baankiin Siinqee mirga hojjettoota sarbe,qabeenya uummataa Oromoos saame jechuun hojjettootni komatan . Fulbaana 20,2023 irraa jalqabee guyyoota...
Aangoo isaa tiksachuuf jeneraalota waraanaaf lafa Finfinnee keessatti akka kennamuuf Abiyyii Ahimed taasise. Muummichi ministeeraa Abiyyi Ahimed...