Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa ambulaansiin gargaarsa namoomaatiif itti gargaaramu waajirasaa naannoo Amaaraa magaalaa Finoota-Salaam jiru keessaa...
Ajjeechaa jumulaa maatii tokkoo keessaa namoota 5 rashaman Giddaa Ayyaanaatti Maqaan isaanii: 1, Baabbuu Hajii, 2, Bilaadin...
Mootummaa ummata nan bulcha jedhuuf dantaa hin qabne irraa waan abdatamu hin jiru Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa...
Ajjeechaa jumulaan Giddaa Ayyaanaatti raawwatame shira hoggantoota Mootummaa olaanaan qindaaye tahuun beekame. Humni hidhate kan daangaa...
Humnaan Nyaataniif Humna Hin Tahu Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Fulbaanni 15, guyyaa seena qabeessa guyyaa...
Godina Shawaa bahaa aanaa dugdaa ganda baadiyyaa Birbirsa guddaa Saabolee jedhamutti waraanni mootummaa dargaggoota shan erga tohatee...
Ajjeechaa fi Gochi Gara Jabinaa Raayyaan Ittisa Biyya Namoota Nagaa Irratti Raawwatu Orimiyaa Keessatti Daran Hammaatee Itti...
#Oduu_Gaddaa Dargaggoota Afur torban kana gara calqabaa Aanaa Anfilloo Ganda Suddii jedhamuu qabamanii gara magaalaa Dambii Doollootti...
Pireezidant Baayidan labsii wayita waraana Kaaba Itoophiyaa baasan dheeressuu beeksisan. Pireezidantichi waggaa lama dura ALI Fulbaana 7/2014...