Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About
Jaarmiyaan Mirga Gaazexeessitootaaf falmu CPJn Sadaasa bara 2020 irraa jalqabee Itoophiyaa keessatti gaazexeessitoonni fi hojjattoonni miidiyaa 63 hidhamanii jiru jedhe.
Uncategorized

Jaarmiyaan Mirga Gaazexeessitootaaf falmu CPJn Sadaasa bara 2020 irraa jalqabee Itoophiyaa keessatti gaazexeessitoonni fi hojjattoonni miidiyaa 63 hidhamanii jiru jedhe.

sqeerrooAugust 2, 2022

Jaarmiyaan Mirga Gaazexeessitootaaf falmu CPJn Sadaasa bara 2020 irraa jalqabee Itoophiyaa keessatti gaazexeessitoonni fi hojjattoonni miidiyaa 63 hidhamanii jiru jedhe.…

Naannoo Oromiyaatti Namoota Mana Murtiin Bilisa Bahan Hidhaa Keessa Tursuun Baratamaa Dhufeera jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa.
Uncategorized

Naannoo Oromiyaatti Namoota Mana Murtiin Bilisa Bahan Hidhaa Keessa Tursuun Baratamaa Dhufeera jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa.

sqeerrooAugust 2, 2022

Naannoo Oromiyaatti Namoota Mana Murtiin Bilisa Bahan Hidhaa Keessa Tursuun Baratamaa Dhufeera jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa. (SQ-Hagayya 2,2022) Komishiniin…

Mootummaan Bilxiginnaa Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoota jimaa gurguraanii jiraatan 22 hidhuun dhaga’ame.
Uncategorized

Mootummaan Bilxiginnaa Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoota jimaa gurguraanii jiraatan 22 hidhuun dhaga’ame.

sqeerrooAugust 2, 2022August 2, 2022

Mootummaan Bilxiginnaa Magaalaa Finfinnee keessatti dargaggoota jimaa gurguraanii jiraatan 22 hidhuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 2,2022) Mootummaan Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa…

Gocha Gara Jabinaan Yuunvarsiitii Boongaa Keessatti Barattoota Oromoo Irratti Raawwatamaa Jiru gadi Jabeessinee Balaaleffatna.
Uncategorized

Gocha Gara Jabinaan Yuunvarsiitii Boongaa Keessatti Barattoota Oromoo Irratti Raawwatamaa Jiru gadi Jabeessinee Balaaleffatna.

sqeerrooAugust 2, 2022August 2, 2022

Gocha Gara Jabinaan Yuunvarsiitii Boongaa Keessatti Barattoota Oromoo Irratti Raawwatamaa Jiru gadi Jabeessinee Balaaleffatna. Ibsa ABO–Hagayya 01, 2022 Tibba kana…

Godina Baalee fi Baalee Bahaa Aanaalee tokko tokkotti sababa hongeen lubbuun namaa darbaa jiraachuun dhaga’ame.
Uncategorized

Godina Baalee fi Baalee Bahaa Aanaalee tokko tokkotti sababa hongeen lubbuun namaa darbaa jiraachuun dhaga’ame.

sqeerrooAugust 1, 2022

Godina Baalee fi Baalee Bahaa Aanaalee tokko tokkotti sababa hongeen lubbuun namaa darbaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 1,2022) Kibba Bahaa Oromiyaa…

Yunivarsitii Boongaa Keessaa Barattoonni Oromoo Lakkofsaan 54 Ta’an Oromummaa Isaaniin Yakkamuun ari’aman.
Uncategorized

Yunivarsitii Boongaa Keessaa Barattoonni Oromoo Lakkofsaan 54 Ta’an Oromummaa Isaaniin Yakkamuun ari’aman.

sqeerrooAugust 1, 2022

Yunivarsitii Boongaa Keessaa Barattoonni Oromoo Lakkofsaan 54 Ta’an Oromummaa Isaaniin Yakkamuun ari’aman. (SQ-Hagayya 1,2022) Tibba kaana Yunivarsitii Boongaatti Barataan Oromoo…

Godina Horroo Guduruu wallaggaa Aanota Jaardagaa jaartee fi Horroo Bulluq keessatti waraanni pp uummata nagaa ajjeese.
Uncategorized

Godina Horroo Guduruu wallaggaa Aanota Jaardagaa jaartee fi Horroo Bulluq keessatti waraanni pp uummata nagaa ajjeese.

sqeerrooAugust 1, 2022

Godina Horroo Guduruu wallaggaa Aanota Jaardagaa jaartee fi Horroo Bulluq keessatti waraanni pp uummata nagaa ajjeese. (SQ-Adoolessa 31,2022) Godina Horroo…

Oromiyaa kutaalee adda addaatti Amajjii irraa eegaluun haga Adooleessaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata nagaa 151 ol hidhe.
Uncategorized

Oromiyaa kutaalee adda addaatti Amajjii irraa eegaluun haga Adooleessaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata nagaa 151 ol hidhe.

sqeerrooAugust 1, 2022

Oromiyaa kutaalee adda addaatti Amajjii irraa eegaluun haga Adooleessaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata nagaa 151 ol hidhe. (SQ-Hagayya 1,2022) Mootummaan…

Godina Shawaa Kaabaa Salaalee aanaa Kuyyuutti humnoota mootummaatiin dararaan uummata irra gahaa jiraachuun ibsame.
Uncategorized

Godina Shawaa Kaabaa Salaalee aanaa Kuyyuutti humnoota mootummaatiin dararaan uummata irra gahaa jiraachuun ibsame.

sqeerrooJuly 30, 2022

Godina Shawaa Kaabaa Salaalee aanaa Kuyyuutti humnoota mootummaatiin dararaan uummata irra gahaa jiraachuun ibsame. (SQ-Adoolessa 30,2022) Akka jiraattonni SQtti himanitti,…

HD ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Dura taa’aan KFO Pr Maraaraa Guddinaa
Uncategorized

HD ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Dura taa’aan KFO Pr Maraaraa Guddinaa

sqeerrooJuly 29, 2022

HD ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Dura taa’aan KFO Pr Maraaraa Guddinaa Hayyat Regency Hotel magaalaa Finfinnee tti argamutti argamuun…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • 𝐃𝐮’𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐟 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐁𝐮𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐀𝐁𝐎 𝐉𝐚𝐚𝐥 𝐓𝐨𝐥𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐞𝐠𝐢𝐢 𝐃𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐛𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 (𝐀𝐁𝐎)
  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.