Itoophiyaan addunyaarraa buqqaatota biyya keessaa hedduu qabaachuun tokkoffaa taate (SQ-Caamsaa 19,2022) Gidduugalli lammiilee biyya isaanii keessattii qe’eerraa...
Hawaasni Oromoo UK jiraatan hiriira ba’uun gocha Bilxiginnaa balaaleffatan. (SQ-Caamsaa 20,2022) Hawaasni Oromoo, biyyoota kanneen Akka kaanaadaa,...
Shaggar Lixaa Liiban Jaawwiitti Waraanni Bilxiginnaa Mana Uummataa heddu ibiddaan gube. (SQ-Caamsaa 20,2022) Godina Shaggar Lixaa Aanaa...
๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ ๐ต๐ฎ๐ฟโ๐ฎ๐๐๐ถ ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐น๐น๐ฎ๐บ๐ฎ๐บ๐ฒ๐ฒ ๐ธ๐ฎ๐ป ๐๐๐ฟ๐ฒ ๐พ๐ผ๐ป๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐น๐น๐ถ ๐๐๐ข ๐๐ฎa๐น ๐๐ผ๐น. ๐๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐ ๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ป๐ฎ ๐ ๐๐ฟ๐๐ถ๐ถ ๐๐ท๐ถ๐ฏ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฒ๐ฑ๐ฒ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐น๐ฎ๐ฎ ๐๐ต๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ฎ ๐ฏ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ถ...
Dirree Xiyyaaraa Caamsaa 19, 2022 Harargee Bahaa aanaa Dirree Xiyyaaraa keessatti Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa eegale.
(SQ- Caamsaa 18,2022) Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa har’a caamsaa 18/202 (10/9/2014)...
(SQ-Caamsaa 17-2022) Caamsaa 16,2022 Godina Matakkal Ona Dibatee ganda Giiphoo jedhamutti waraanni mootummaa Bilxiginnaa Obbo Warquu Waaqjiraa...
Fincila Xumura Gabrummaa Hanga Hiree Murteeffannaatti (Caamsaa 16/2022 Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Qeerroon Bilisummaa Oromoo bara hundeeffama...
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti haleellaa shororkeessitootaa Amaaraatiin lubbuun namaa darbuun dhagahame. (SQ-Caamsaa 16,2022) Jiiraattonni dubbifne akka...
Shaggar Lixaafi Horroi Guduruutti Namoota Nagaa 13 ol ajjeessun 3 maddeessun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 15/2022) Mootumman Paartii Bilxginnaa...