Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera. [Caamsaa 24, 2022] Harargee Bahaa magaalaa Harar aanaa Soofiitti Qeerroon Bilisummaa...
Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 7ffaaf Mana murtii waliigala Oromiyaatti dhiyaatan....
Gujiitti Waraanni Bilxginnaa Manaafi qabeenya uummataa abiddaan guban. (SQ-Caamsaa 24,2022) Bilxiginnaan duula Waraana Bilisummaa Oromoo baatii tokko...
Yuuniversiitii Odaa Bultumitti barattoonni sababa hin beekamneen kukkufuun Mana yaalaatti guuramaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 23,2022) Mooraa yuuniversiitii...
(SQ – Caamsaa 23,2022) Jaallan isaa waliin yeroo dheeraadhaaf hiraara mana hidhaa keessaa keessummeessaa kan jiru miseensi...
Manni Murtii Ijibbaata Qondaal ABO Kol.Gammachuu Ayyaanaa ammas boritti beellame. (SQ – Caamsaa 23,2022) Har’a Caamsaa 23,2022...
Karrayyuutti Waraanni Bilxiginnaa Hawaas Bulgaa Roobaa ajjeesse. (SQ-Caamsaa 22,2022) Haftee Abbootti Gadaa Karrayyuu kan ta’ee Obbo Hawaas...
Hawaasni Oromoo Biyya Kanaadaa Magaalaa Edmantan keessa jiraatu Yakka Mootummaan Bilxginnaa Oromoofi Lammilee Oromiyaa irratti Raawwataa Jiru...
Finxaaleyyiin Amaaraa fi Gurmuun Baaldaraas Manneen Barnootaa magaalaa Finfinnee keessa mallattoon Oromummaa jiraachuu hin qabu jechuun hookkara...
‘Aanga’oonni ABO seeraan ala hidhamanii jiran atattamaan gadhiifamuu qabu’ jedhe -Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (SQ-Caamaaa...