Ummata Oromoo irratti yakka duguuggaa Sanyii kan raawwataa fi raawwachiisaa jiru prisedant #Shimmallis_Abdiisaati‼️
Akkuma TPLF waloon barbadeessine WBOs waloon barbadeessina jedhuun #Shimallis_Abdiisaa humnoota Finxaaleyyii Amaaraa Faannoo jedhaman kan mootummaan ijaaraman waliin walii galtee waloo wal mallatteessuun “Qurxummicha balleessuuf Galaanicha gogsuu “ qabna jechuun Caffee Oromiyaa irratti ifatti ummata Oromoo irratti yakka duguuggaa Sanyii haalaan nama sukkaneessu kan raawwataa fi raawwachiisaa jiru gaggeessummaa Shimallis Abdiisaatiin maqaa Koree Nageenyaa jedhamuun ijaaramaniiti.
Ummatni Oromoo yakka golee Oromiyaa keessaati Humnootiin Eenyummaa Oromummaa jibban kan shimmsllis Abdiisaan durfaman raawwataniif waloon ka’ee fincilee falmachuu qaba.
Oromoo kutaa fi gandaan qoqqoodanii sagalee isaa ukkaamsanii daa’ima Kichuu hanga haadhaa fi Aabbootti ajjeechaa gareen Oromummaa afaaniin faarsaa gochaan yakka hammaataa raawwatuuf ijaan argaa waan jirruuf Morma kee fi kan dhalootaa oolchuuf falmadhu‼️