Waamicha ABOn ummatni Oromoo of irraa ittisee of baraaruu qaba jedheen hawaasni Oromoo biyya Ambaa Sudaan jiraatan ummata isaanii ajjeefamaa jiruuf waan dandahaniin qabsicha tumsuuf hiriira bahuun irbuu seenanii jiru.
Waamicha ABOn ummatni Oromoo of irraa ittisee of baraaruu qaba jedhee
