Geeggeessaan Waldaa Haaromsa Finfinnee Heenook Dajanee Mana Murtiitti osoo hin dhiyaatiin achi buuteen dhabame. (SQ-Adoolessa 18,2022) Itti...
Month: July 2022
Hospitaalli riferaalaa yuuniiversiitii wallaggaa mooraa waraanaa erga ta’ee torban guutuuf deema jedhu jiraattonni magaalaa Naqamtee. (SQ-Adoolessa 18,2022)...
Magaalaa Gambeelaatti daangaan sa’aatii kaa’ame (SQ-Adoolessa 15,2022) Naanoo Gambeelaa, magaalaa guddoo keessatti daangaan sa’aatii kaa’amu motummaan naannichaa...
Uummanni aanaa Gurra Dhaamolee irraa buqqaafame gargaarsa barbaadna jedhe. (SQ-Adoolessa 15,2022) Godina Baalee aanaa Gurra Dhaamolee irraa...
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa mana uummaata nagaa hedduu abiddaan barbadeessan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Mootummaan Bilxiginnaa maqaa Waraana Bilisummaa...
Pirofeesar Yoonas Gadaa badhaasa ‘Alzaaymar’ 2022 injifatan. (SQ-Adoolessa 15,2022) Dhalataa Oromoo kan ta’an Ogeessi ‘Niwuroo Saayikaatiristi’ Pirofeesar...
የዎላይታ ብሔራዊ ንቅናቄ(ዎብን) ወቅታዊ አከባቢያዊ ሁኔታዎችን በተመለከተ ያወጣዉ አቋም መግለጫ፡፡ የዎላይታ ህዝብ አለም የመሰከረለት ሥልጣኔና የአስተዳደር ሥርዓት...
Haleella Faannoon Walloo Jiillee Dhummuugaatti baneen namoonni 19 ol wareegamun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 14,2022) Lola Adoolessa 10,2022 Kaabaa...
Godina Baalee aanaa Gurra Dhaamoleetti ummanni sababa beelaa fi nageenyaatiin buqqa’uun gara aanoota ollaatti baqataa jiraachuun himame....
Wallaggaa Bahaa Harroo Limmuutti Waraanni Bilxiginnaa nama uumamaan dubachuu hin dandeenye tokko dabalatee namoota lama ajjeessun dhaga’ame....