Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: July 2022

Kibba Lixa Shaggar Walisoofi Wanciitti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota hidhu itti fufee.
Uncategorized

Kibba Lixa Shaggar Walisoofi Wanciitti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota hidhu itti fufee.

sqeerrooJuly 12, 2022

Kibba Lixa Shaggar Walisoofi Wanciitti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota hidhu itti fufee. (SQ-Adoolessa 12,2022) Kutaalee Oromiyaa hunda keessatti dargaggoota Oromoo hidha…

Godina Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata qe’ee irraa buqqaasaa jiraachun dhaga’ame.
Uncategorized

Godina Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata qe’ee irraa buqqaasaa jiraachun dhaga’ame.

sqeerrooJuly 12, 2022

Godina Shawaa Bahaa Liiban Cuqqaalaatti waraanni mootummaa Bilxiginnaa uummata qe’ee irraa buqqaasaa jiraachun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 12,2022) Jiraattonni Godina shawaa bahaa…

Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan.
Uncategorized

Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan.

sqeerrooJuly 12, 2022

  Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan. (SQ – Adoolessa 11,2022) Humni Addaa Naannoo Amaaraa fi hidhattootni…

Godina Baalee aanaalee garagaraatti hongee mudateen ummanni balaa beelaatiif saaxilamuun miidhamaa jiraachuun himame.
Uncategorized

Godina Baalee aanaalee garagaraatti hongee mudateen ummanni balaa beelaatiif saaxilamuun miidhamaa jiraachuun himame.

sqeerrooJuly 11, 2022

Godina Baalee aanaalee garagaraatti hongee mudateen ummanni balaa beelaatiif saaxilamuun miidhamaa jiraachuun himame. (SQ-Adoolessa 10,2022) Balaa beelaa isaan mudateen ummanni…

Waraanni Bilxiginnaa Godina Wallagga Bahaatti maatii tokko keessaa namoota 3 dabalatee uummata nagaa 7 yoo ajjeesu Shawaa Bahaatti ammoo obbolaa lamaan ayyaana kabaja turan ajjeesun dhaga’ame.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Godina Wallagga Bahaatti maatii tokko keessaa namoota 3 dabalatee uummata nagaa 7 yoo ajjeesu Shawaa Bahaatti ammoo obbolaa lamaan ayyaana kabaja turan ajjeesun dhaga’ame.

sqeerrooJuly 11, 2022

Waraanni Bilxiginnaa Godina Wallagga Bahaatti maatii tokko keessaa namoota 3 dabalatee uummata nagaa 7 yoo ajjeesu Shawaa Bahaatti ammoo obbolaa…

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Bahaa fi Shawaa Kibba Lixaatti, maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo deeggartu jedhuun Uummata nagaa hiraarsaa jiraachuun dhaga’ame.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Bahaa fi Shawaa Kibba Lixaatti, maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo deeggartu jedhuun Uummata nagaa hiraarsaa jiraachuun dhaga’ame.

sqeerrooJuly 9, 2022

(SQ-Adoolessa 9,2022) Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti Waraanni Bilxiginnaa Waraana Bilisummaa Oromoof dawoo taataniittu jechuun dararaan Ummata nagaa irraan gahaa…

Senaatarri bulchiinsa Oriigan Jeef Meerkileey gaaga’amni namoomaa uummata Oromoo irra gahaa jiru isaan yaaddessuu himan.
Uncategorized

Senaatarri bulchiinsa Oriigan Jeef Meerkileey gaaga’amni namoomaa uummata Oromoo irra gahaa jiru isaan yaaddessuu himan.

sqeerrooJuly 9, 2022

Senaatarri bulchiinsa Oriigan Jeef Meerkileey gaaga’amni namoomaa uummata Oromoo irra gahaa jiru isaan yaaddessuu himan. (SQ-Adoolessa 9,2022) Waajjirri dhimma alaa…

Dhaabbanni Dhiyeessii Boba’aa Itiyoophiyaa bara 2015 tti boba’aa bituuf doolara biliyeena 5.6 na barbaachisa jedhe.
Uncategorized

Dhaabbanni Dhiyeessii Boba’aa Itiyoophiyaa bara 2015 tti boba’aa bituuf doolara biliyeena 5.6 na barbaachisa jedhe.

sqeerrooJuly 7, 2022

Dhaabbanni Dhiyeessii Boba’aa Itiyoophiyaa bara 2015 tti boba’aa bituuf doolara biliyeena 5.6 na barbaachisa jedhe. (SQ-Adoolessa 7,2022) Hangi maallaqaa guddaan…

Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane.
Uncategorized

Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane.

sqeerrooJuly 7, 2022

Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane. (SQ-Adoolessa 7,2022) Baankii Oromiyaa Damee isaa haara…

Koreen Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN Mana Murtiitti Dhiyaatan.
Uncategorized

Koreen Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN Mana Murtiitti Dhiyaatan.

sqeerrooJuly 7, 2022

Koreen Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN Mana Murtiitti Dhiyaatan. (SQ – Adoolessa 07,2022) Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Gamtaa warri kaabaa taasisaniin akka isaan Aangoo biyya bulchuu qabna jedhanii Lola taasisaniif ABOn hin eeyyamu taa’ees hin ilaalu jedhame.
  • Ogeessota Fayyaa seensa Qormaataaf gara Yuuniversiitii Haroomaayaa imalaa jiran irratti balaa konkolaataa qaqqabeen namootni 9 lubbuun darban
  • Shaggar lixaatti humnootiin Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon jumulaan maatii tokko guutummaatti dabalatee namoota 21 ol ajjeesan
  • Itiyoophiyaatti kaazinaan namoota dhuunfaa Guddataa kan danuu qullaatti hafaa jira”.Gabaasa Baankii Addunyaa
  • “Uummanni meeshaa miti amma eeboo gaariilleen manaa hin qabu. Faannoon hidhatanii waan jiraniif raayyaa ittisaas, warra bosonaas ni rukutu

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.