Humnoonni nageenyaa mootummaa halkan sa’aatii mana jireenyaa Abbaa gadaa Goobanaa Hoolaa godina Shawaa Bahaa magaala Maqiitti argamu...
Year: 2022
Giddaa Ayyaanaatti haleellaa Faannoon namoonni 12 ajjeefaman. (Sagalee Qeerroo Mudde 22,2022) Godina Wallagga Bahaa Ona Giddaa Ayyaanaatti...
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti ilmaan Oromoo waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti ilmaan Oromoo waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.
Ilmaan Oromoo Harargee bara 1996 fi 1997 keessa sababa hoongeen buqqa’anii godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu qubsiifaman...
Noorweey lammiileen ishee gara Itoophiyaa akka hin imalle hubachiifte. (Sagalee Qeerroo Mudde 21,2022) Mootummaan Noorweey lammiileen biyyattii...
https://gofund.me/6bcf8c4e Fundraiser by Teshome Dime : Support for displaced Oromo people in Oromiya (gofundme.com) International Qeerroo (Youth)...
Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu💔 . “Guyyaa tokko keessatti nama...
Sirni Abiyyiin gaggeessu Oromiyaa bakkoota garaagaraatti baatii tokko keessatti yakkoota addunyaa irratti jaarraa kana keessa hin raawwatamne...
Yeroo Ilmi Oromoo mormi irraa citu vidiyoo argisiisu kan nu qaqqabe link telegram keenyaa banaa ilaalaa Yakka...
Akeekni siyaasaa qabsoo bilisummaa Oromoo, Sagantaan Siyaasaa ABO, bara 1974 bahee bara 1976 ragga’ee, bara 1989, 1998...
Yeroon isaa yeroo biyya keenya ijaarrannudha. Addi Bilisummaa Oromoo wayita hundeeffamu Oromoon haala baayyee hamaa keessa...