ππ‘πππ¦π¬π πππ πππ«π ππππ«ππ, ππ¦ππ£π£π’π’ ππππ Miseensota ABO Hogganootaa fi Miseensota akkasumas deggertoota ABO kanneen mana hidhaa...
Year: 2022
Iluu Abbaa Booraafi Gidaamiitti Waraanni Bilxiginnaa namoota 5 ajjeese. (SQ- Mudde 29,2022) Mudde 26, 2022 Godina Iluu...
Baalee Lixaafi Shawaa Kaabaatti waraanni PP mana namoota gubun dhaga’ame. (SQ-Mudde 29,2022) Oromiyaa guutuu keessatti lammiilee Oromiyaa...
Miseensi Gumii Saba ABO J/Oromsiis Elemoo Hidhame (SQ – MUDDE 28,2022) Miseensi Gumii sabaa ABO J/Oromsiis Elemoo...
Artistoota Oromoo ukkaamsanii dhabamsiisuun ammas jabaatee itti fufee jira. Sirni kaleessa Artistoota Oromoo qaroo Eebbisaa Addunyaa hanga...
Barruun biyya Ameerikaa NEW LINES jedhamu, qorannoo walabaa gaazexeessitoota isaatiin adeemsiseen, haleellaan Diroonii lammiilee nagaa Oromiyaa irratti...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongorootti humni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon qabeenyaa ummataa saamuun manneen ummataa...
Waldaan Maccaafi Tuulamaa ajjeechaa fi weerara Oromiyaa irratti raawwataa jiru balaaleffachuudhaan yaada furmaataas dhiyeesse. Mudde 27/2022> Waldaan...
Wallagga lixaa Baabboo Gambeeliif Begiitti waraanni PP daa’ima ganna sagalii dabalatee namoota nagaa hedduu ajjeese. (Sagalee Qeerroo...
Barataa Yuuniversiitii Bulee Horaa waggaa 4ffaa irratti sirni Oromoo fi oromiyaa hacuucu murtee dabaa dabarse. Mudde 25/2022...