Leaders of OLF in detention in Sheger City(Burayu) are missed.
#Emaltu breaking news: Leaders of OLF in detention in Sheger City(Burayu) are missed. The Oromo Liberation Front(OLF) leaders who have…
#Emaltu breaking news: Leaders of OLF in detention in Sheger City(Burayu) are missed. The Oromo Liberation Front(OLF) leaders who have…
Barreessaa olaanaan dhaabbata biyyoota gamtoomanii Antooniyoo Gutaarez kanaan dura Tigraay daawwachuuf karoorsanii mootummaa Itoophiyaatiin heeyyama dhorkamanii akka turan gabaafame.…
Sudaan keessatti humnoonni walwaraanaa jiran sa’atii 24’f dhukaasa dhaabuuf waliigaluu ibsanis, waliigalteen kun ammallee hojiirra hin oolle. Janaraalonni waraanaa gam-lachuu…
Hoggantootni fi Qondaalota ABO mana hidhaa Buraayyuu jiran Ebla 18/2023 achii baafamuun achi buuteen isaanii dhabame. Hoggantootnii fi qondaaltotni…
Shawaa Bahaa Adaamii Tulluutti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota 2 rasaasaan rukkuutun namoota 6 hidhun dhaga’ame. (SQ-Ebla 17,2023) Waraanni mootummaa paartii…
Meeshaa waraana gareen qabatamu loltoota ABUT harka ture harโaa kaasee RIBโtti akka Kennamu komishinichi beeksise. (SQ-Ebla 17,2023) Komishiniin haaromsa…
Ebla 15 GGO yeroo kabajannu Gootota wareegaman yaadachaa kaayyoo fi akeeka isaan irraa kufan galma geesisuuf kan itti irbuu haaromsannudha.…
๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ ๐๐ฆ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐ฅ๐ ๐๐ ๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐๐ฌ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ (๐๐๐) Hunda dura baga guyyaa ulfaataa fi kabajamaa kanaan…
Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ammas miseensa tuuta gadaa Michillee Abbadaa Boruu ajjeesuu jiraattonni himan. (SQ-Ebla 13,2023) Miseensonni tuuta gadaa 4 waraana…
Ilmi Oromoo akkasiin ajjeefamaa irratti geerarama! Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, [4/12/2023 2:57 AM] “Bakka qaamni 3ffaa jirutti marii araaraaf dhiyaannee…