Naannoo Oromiyaa fi Somaalee gidduutti walitti bu’insa uumameen lubbuun namaa darbe
Walitti bu’iinsa ijaarsa hidha bishaaniirratti humnoota mootummaa Oromiyaa fi jiraattota Somaalii gidduutti uumameen lammileen nagaa3 yoo ajjeefaman, 12 madaa’uun beekame.…