Seenaa Gabaabaa Jaal Battee Urgeessaa Bulaa (1978-2024) Jaal Battee Urgeessaa Bulaa godina Shawaa Bahaa aanaa Dugdaa Ganda...
Year: 2024
Homaa Oromootti hin qusanne . Sabaafi eennyummaa ofiif ni qabsaa’u jennaan qabsoofte. Ni hidhamuuf jennaan hidhamtee dararamte...
Jaal Battee ajjeesanii #Network balleessan! Ajjeefamuun jaal Battee Urgeessaa akkuma dhagahameen #Networkiin magaalaa Maqii fi Naannoo ishee...
Addi Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Miseensa isaa Jaal Battee Urgeessaa irratti raawwatame gadi-jabeessee Balaaleffata Ibsa ABO Hatattamaa, Ebla...
Yakki Waraanaa, Aangoo Siyaasaa Afaan Qawween Dhuunfatan Afaan Qawween Tikfachuuf Jecha Mootummaa PPn Ummata Nagaa Irratti Raawwatamu...
Waliigaltee Itoophiyaan Somaalilaand waliin dhimma ulaa galaanaan waliigalan walqabateen Somaaliyaan ambaasaaddar Itoophiyaa ari’un gabaafame. Dabalataan, waajjira qontsilaa...
ABO fi KFO dabalatee paartiileen mormitootaa 16 tahan marii MM Itiyoophiyaa Abbaan Irree Abiyyi Ahimed paartiilee mormitootaa...
Lafti qonnaan bultoota Oromoo magaalaa Finfinnee har’allee qaamota wal ijaaraniin saamamaa jiraachuu kanneen lafti isaanii jalaa saamame...
Mootummaan shakkamtoota irra deddeebin hidhuurra furmaata waaraa barbaaduun fala gaaridha jechuun KMNI ibse. Komishinin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa...
”Qarshii miiliyoona ja’a” erga kanfalame booda Namoonni 280 ol osoo hojiif gara Hidha Abbayyaa deemanii Faannoon butaman...