Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa tokko ajjeesuun dhaga’ame.
Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa tokko ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Fulbaana 15,2022) kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa badii tokko malee…
Shawaa Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Barsiisaa tokko ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Fulbaana 15,2022) kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa badii tokko malee…
Uummanni Oromoo Finxaaleyyii Amaaraan Godina Horroo Guduruu Aanaa Amuruu fi Horro Bulluq irraa buqqaafaman deeggarsa gaafachaa jiraachuun himame. (SQ-Fulbaana 15,2022)…
Eertiraan tattaaffii nagaa Itoophiyaa keessatti taasifamu “gufachiisuu” itti fufteetti: jedhe Gamtaan Awurooppaa. (SQ-Fulbaana 15,2022) Gamtaan Awurooppaa (EU) ibsa kaleessa galgala…
Arsii Lixaatti Bilxiginnaan miseensa KFO tokko achi buutee dhabamsiisee. (SQ-Fulbaana 14,2022) Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsiitti miseensi Kongiransii Federaalawa…
Haleeellaa Finxaaleyyiin Amaaraa fi Faannoo Waliin ta’uun uummata oromoo irratti raawwachaa jiraniif qaamni furmaata nuuf kennu hin argamne jedhan jiraattonni.…
Haleellaa Diroonii Maqaleetti rawwaateen namoonni 10 ajjeefamuu Hospitaalli Ayidar ibse. (SQ-Fulbaana 14,2022) Qondaalli TPLF Geetaachoo Raddaa haleellaan diroonii har’a magaalaa…
Uhuruun sochii Itoophiyaatti nagaan akka bu’u eegalan itti fufuuf waliigaluu pirezidaantii Keeniyaa Ruutoon himan (SQ-Fulbaana 13,2022) Pirezidantiin duraanii Keeniyaa Uhuruu…
(SQ-Fulbaana 13,2022) Wiiliyaam Samoyii Ruutoon pirezdaantii Keeniyaa Shanaffaa ta’uun sirna kakuu seenuu gaggeeffameen har’a muudamaniiru. Har’a pirezidantii duraanii kan ta’an…
Harargee Bahaatti, Bilxiginnaan raayyaa ittisa biyyaa dirqamaan gargaaraa jechuun uummata hiraarsaa jira. (SQ-Fulbaana 13,2022) Mootummaan Bilxiginnaa kufaatii gama siyaasa, diingdeef…
Du’a Harmee Obbo Baqqalaa garbaa ilaalchisuun KFO’n ibsa Gaddaa baase! (SQ-Fulbaana 13,2022) Harmeen qabsaayaa gameessaa fi Itti’aanaa Durataa’aa Paartii KFO…