Ajjeechaa fi hidhaa Miseensota isaa irratti raawwatamu KFOn balaaleffate
KFO’n miseensotaafi hooggantoota isaa irratti ajjeechaafi hidhaan raawwatamaa jiraachuu ibse. Ajjeechaafi hidhaan taasifamaa jiru sadarkaa seera dhabeessummaan irra ga’e mul’isa…