Waraanni Mootummaa Oromiyaa bakkoota adda addaatti Ummata dararaa jira.
Miseensotni raayyaa Ittisa impaayerattii 8 sirna bilxiginnaa ganuun WBOtti makaman. waraanni pp Caasaan waraana murna bilxiginnaa aangoo kiyya naaf tiksu…
Miseensotni raayyaa Ittisa impaayerattii 8 sirna bilxiginnaa ganuun WBOtti makaman. waraanni pp Caasaan waraana murna bilxiginnaa aangoo kiyya naaf tiksu…
Bara lakkoobsa Itiyoophiyaa xumuramaa jiru kana keessatti dhiittaan mirga namoomaa hedduun raawwatamuu isaa Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ibsee jira. Komiishinni…
Conflicts, attacks in #Oromia, security situation in Amhara regions “extremely concerning”: new Ethiopian Human Rights Commission annual report The Ethiopian…
Dhaamsa Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa Jaal Gammachuu Abbooyyee Miseensota Waraanaa fi deeggartoota akkasumas Ummata Oromoof maqaa waraanaa golgaa…
Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan Hoggantootni WBO. Marii…
Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka gahutti kan karoorfameedha!…
Obboo Addunyaa Magarsaa: ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo Obb Addunyaa Magarsaa bara 1976f Suudanii qabamee mana hidha lafa jalatti hidhame. Obboo…
J/Abdiwaaq Bantii (1974-2023) Jaal Kaffaaloo Bantii kan maqaan qabsoo “Abdiwaaq Bantii” jedhamu, haadha isaa Aadde Mulunash Muldhataa Birru fi abbaa…
Obbo Waaqoo Tolaa (19–_1996) Obbo Waaqoo Tolaa abbaa isaanii Obbo Tolaa Boosoo fi haadha isaanii aadde Nuurituu irraa Godina Wallaggaa…
Waarshaan Sukkaara Finca’aa hojii erga dhaabee baatii 3 tahuu beekame. Waarshaan sukkaara Finca’aa erga oomisha sukkaaraa dhaabee baatiiwwan sadii tahee…