Yuuniversiitii Asoosaa keessatti Barattootni Oromoo Sinodosii Oromiyaa haaraa deeggaruun hiriira bahan
Mooraa Yuunivarsiitii Asoosaa keessatti deeggarsi sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota oromiyaaf barattoota Oromoon geggeeffame. Gurraandhala 8, 2023 Sirna Habashoota…