Hiriirri Guddaan sinodosii Oromiyaa fi sabaaf sablammoota Oromiyaan Finfinneetti waamame.
Sinoodoosii haaraan gaafa Guraandhala 5,2015’tti hiriira deeggarsaa waamuu beeksise. (Gurraandhala 6,2023) Imalli Sinoodoosii haaraa hanga yoonaa milkiidhaan akka raawwatamaa ture…