Godina W/Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti waraanni pp Dargaggoota 2 manaa baasuun ajjeesaii gatan
Waraanni faashistii koloneel Abiyyiin hogganaman Godina W/bahaa Aanaa Jimmaa Arjoo keessatti ilmaan Oromoo 2 rasaasaan ajjeesan. Guraandhala 15,2023 Waraanni sirna…