Shawaa Lixaa aanaa Ambootti waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa ajjeese.
(SQ-Hagayya 24,2022) Hagayya 20/2022 tarkanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo aanaa Ambootti waraana Bilxiginnaa irratti fudhatee hordofuun waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa ajjeessa…