Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame.
Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame. (SQ-Hagayya 29,2022) Guyyaa har’aa Hagayya 29, 2022 Godina Shaggar Lixaa…
Dirree Incinniitti waraanni PP dargaggoo tokko Lubbuu isaa dabarsuun dhagahame. (SQ-Hagayya 29,2022) Guyyaa har’aa Hagayya 29, 2022 Godina Shaggar Lixaa…
(SQ-Hagayya 29,2022) Fiilmiin Dokimentarii seenaa jirenyaa Art. Hacaaluu Hundeessaa irratti xiyyeefachuun Afaan Ingiliziin biyya alaatti qophaayee Ameerikaa Miniyaapolistti eebbifame.…
IOWO letter to UNESCO-pdf August 28, 2022 UNESCO World Heritage Center Paris, France Dear Sir/Madam, We are writing this letter…
Godina Horro Guduruu Wallagga aanaa Amuruutti gandoonni 16 humnoota shororkeessitootaa Faannootiin qabamuun dhagahame. (SQ-Hagayya 27,2022) Haleellaa shororkeessitootni Faannoo hawaasa nagaarratti…
(SQ-Hagayya 27,2022) Waraanni Bilxiginnaa kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti, badii tokko malee ilmaan Oromoo mana hidhaatti guuraa jiraachuu irra…
Loli Kaaba ItoophiyaaTPLF fi Mootummaa Bilxiginnaa babal’atee itti fufuun ibsame. (SQ-Hagayya 27,2022) Maddeen garaagaraa akka gabaasanitti walwaraansi naannawaa daangaa naannolee…
maqaleeti Haleellaa qilleensa raawwtee (SQ-Hagayya 26,2022) Magaala Maqalee keessatti haleellaa qilleensarraa raawwatamuu hordofee mootummaan ibsa baaseen naannolee adda bahan irratti…
Waraanni Bilxiginnaa Aartist Falmataa Kabbadaa Hidhuun dhagaham. (SQ-Hagayya 26,2022) Waraanni Bilxiginnaa Aartist falmataa Kabbadaa hidhuun dhaga’ame. Mootummaan faashistii Bilxiginnaa yeroo…
Miseesonni ABO Kutaa Biyyaa Kanaadaa Kora waggaa geeggeefachuun ibsa ejjennoo qabxii 10 qabu baasan. (SQ-Hagayya 25,2022) Nuti miseensonni ABO kutaa…
Qellem Wallaggaatti waraanni Bilxiginnaa shamarree tokko gudeedduufi namoota jumlaan hidhun dhaga’ame. (SQ-Hagayya 24,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa Hagayya 21/2022! Godina Qellem…