Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira.
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. (SQ-Waxabajji 6, 2022) Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi roorroo sirna PP…
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. (SQ-Waxabajji 6, 2022) Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi roorroo sirna PP…
Ibsa Damee Dubartootaa fi Daa’immanent Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Irraa kenname. Waxabajjii 05,2022. ==================================== Ummatni Oromoo guyyaa Bilissummaa isaa sarbamee…
Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname =================================== Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu gidduu…
Press Release From Caucus of Opposition Parties(COP) Having Noticed the fundamnetal differences on the approach of the National Dialogue…
Shawaa Lixaafi Horroo Guduruutti waraanni Bilxginnaa Manaa fi qabeenya uummataa hedduu barbadeessan. (SQ-Waxabajjii 4,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa, uummataa nagaa ajjeesuu…
Buraayyuu keessatti dararaan Waraana Mootummaa Bilxiginnaatiin ilmaan Oromoo irratti raawwatu jabaatee itti fufe. (SQ-Waxabajjii 2,2022) Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu Ganda Malkaa…
(SQ-Waxabajjii 2,2022) Mooraa yuuniversiitii finfinnee FB jedhamu keessatti, filannoo council barattootaa Caamsaa 30/2022 geggeeffame sababeeffachuun finxaaleyyiin Amaaraa mooricha keessa maandheffatanii…
Koreen Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 8ffaaf mana murtiitti dhiyaatan. (SQ-Waxabajjii 2,2022) Koreen Qindeessituu…
Ameerikaan yeroo 3ffaaf ergamaa addaa Gaanfa Afrikaa muudde. (SQ-Waxabajjii 2,2022) Ministirri Dhimma Alaa US Antoonii Bilinkan akka beeksisanitti, Gaanfa Afrikaa…
Yuunivarsiiti Finfinneetti, barattoonni Amaaraa, barattoota Oromoo irratti reebicha geggeessuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 1,2022) Caamsaa 30/2022 yuuniversiitii finfinnee keessatti Filannoon council barattoota…