Horro Guduruu Wallaggaatti Finxaaleyyiin Amaaraa Abbaa Mana fi Haadha dabaltee namoota 3 ajjeessun dhaga’ame.
(SQ-Caamsaa 30,2022) Har’a jechuun Caamsaa 30,2022 Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa jaartee, Ganda Dargee Kootichaa jedhamutti Finxaaleyyiin Amaaraa kan…