Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 3 ajjeesuun mana Uummataa 10 ibiddaan gube. (SQ-Caamsaa 11,2022) Godina Shawaa...
Ajjeechaa Jumlaa ummata Oromoorratti Raawwatamaa Jiru Kan Dhaabsisu Qabsoo Qofa Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Caamsaa 10, 2022...
Gargaarsi namoomaa Lixa Oromiyaa hammaataa dhufeera jedhe UN. (SQ-Caamsaa 10,2022) Erga baatii Amajjjii waggaa baranaatii haalli gargaarsa...
Shaggar Lixaatti Waraanni Bilxginnaa Mana fi Qabeenya Uummata Gube. (SQ-Caamsaa 9,2022) Caamsaa 8,2022 Giddu Gala Oromiyaa Godina...
Daangaa Tigiraay fi Ertiraa irratti loli turun dhaga’amee. (SQ-Caamsaa 9,2022) Bakkeewwan daangaa Itiyoo Ertiraaraarratti humnoonni Tigraay Ertiraa...
Walitti bu’iinsa amantii Itoophiyaatti mudatee hordofee qorannoon walabaa akka taasifamu UN gaafate (SQ-Caamsaa 8,2022) Komishinarri Olaantuu Mirgoota...
Waraanni Mootummaa Bilxiginnaa Shawaa Lixaa fi Wallaggaatti Caamsaa 5fi 6 ,2022 namoota nagaa 12 ol ajjeesse. (SQ-Caamsaa...
Mootummaan Paartii Bilxiginnaa kasaaraa Lola WBO Waliin Gaggeessaa Jiru Keessatti Irra Ga’eef Haloo Ba’uuf Jecha Ilmaan Oromoo...
Waraanni Bilxiginnaa Abbaa Manafi Haadha Mana bakka tokkotti ajjeessa . (SQ – Caamsaa 06,2022) Barsiisaa Geetaachoo Kiisii...