Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About
Ajjeechaa maqaa Koree Nageenyaa jedhuun raawwatamaa jiru irratti Ibsa ABO
Uncategorized

Ajjeechaa maqaa Koree Nageenyaa jedhuun raawwatamaa jiru irratti Ibsa ABO

sqeerrooMarch 12, 2024March 23, 2024

በ” KOREE NAGEENYAA -የደህንነት ኮሚቴ” በሚል ስም በመንግስት የሚደገፉ ወንጀሎችን ስለፈጸሙ አካላት ተጠያቂነት የኦነግ መግለጫ በአውሮፓ ኣቆጣጠር ፌብሩዋሪ 23፣ 2024…

Accountability for Perpetrators of State-Sponsored Crimes Under the Banner of “Koree Nageenyaa”
Uncategorized

Accountability for Perpetrators of State-Sponsored Crimes Under the Banner of “Koree Nageenyaa”

sqeerrooMarch 11, 2024March 23, 2024

Accountability for Perpetrators of State-Sponsored Crimes Under the Banner of “Koree Nageenyaa” Statement by the OLF On February 23, 2024,…

March 8 Guyyaa Dubartootaa Ilaalchisee Ibsa ABO
Uncategorized

March 8 Guyyaa Dubartootaa Ilaalchisee Ibsa ABO

sqeerrooMarch 8, 2024March 23, 2024

𝐁itootessa 8 Guyyaa Dubartootaa Ilaalchisee – Ibsa ABO Bitootessi 8 (March 8) Guyyaa Dubartoota Addunyaa ti; Dubartoonni baga guyyaa kanaan…

Qondaala Siyaasaa ABO Battee Urgeessaa poolisii akka hin bane dhorke
Uncategorized

Qondaala Siyaasaa ABO Battee Urgeessaa poolisii akka hin bane dhorke

sqeerrooMarch 7, 2024

Qondaalli siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa guyyaa kaleessaa Bitootessa 6/2024 mirga wabii Qr 100,000 manni murtii eeguufis erga kaffalamee booda…

Waraanni Fashitii Abiyyi dargaggoota nagaa rashane!
Uncategorized

Waraanni Fashitii Abiyyi dargaggoota nagaa rashane!

sqeerrooMarch 1, 2024

Waraanni Faadhistii Abbaa Irree Abiyyi Qeellam Wallaggaa Yaamaaloogii ganda Mucoo jedhamutti Ilmaan Oromoo haala sukkaneessaan ajjeesuun gateera. Dargaggoo abdii biyyaa…

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa qilleensa Somaaliyaa irra balali’uu dhaabuu beeksise
Uncategorized

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa qilleensa Somaaliyaa irra balali’uu dhaabuu beeksise

sqeerrooMarch 1, 2024

Kana booda Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa naannoo qilleensaa Somaaliyaa irra hin balali’u jedhame. Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa daandii balalii idil addunyaa Somaaliyaa…

Bu’eressitoota ORA kan tahan Fiqaaduu Waaqjiraa HD ABOn wal argan
Uncategorized

Bu’eressitoota ORA kan tahan Fiqaaduu Waaqjiraa HD ABOn wal argan

sqeerrooMarch 1, 2024

Oromo Relief Association (ORA) -Waldaa Gargaasa Oromoo was first founded in 1979 in response to mass displacement in the horn…

Du’a an Boqochuu Miseensa ABO buleessa ilaalchisee Ibsa Gaddaa
Uncategorized

Du’a an Boqochuu Miseensa ABO buleessa ilaalchisee Ibsa Gaddaa

sqeerrooFebruary 28, 2024

Du’aan Boqachuu Miseensa Buleessa ABO Jaal Gaarramuu Dhibbisaa Ilaalchisee Ibsa Gaddaa ABO Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n du’aan boqachuu Jaal Gaarramuu…

Yakki hammeenya hin qabne Giddaa Ayyaanaatti Milishoota Amaaraan Oromoota irratti raawwatame
Uncategorized

Yakki hammeenya hin qabne Giddaa Ayyaanaatti Milishoota Amaaraan Oromoota irratti raawwatame

sqeerrooFebruary 28, 2024

#Gadda_Sukkaneessaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa keessatti humnootiin finxaaleyyii Fi milishootni Amaaraa mootummaan hidhachiise, guyyaa hardhaa konkolaataa ummata fe’atee…

Uncategorized

Giddaa Ayyaanaatti Milishoonni Amaaraa Konkolaataan Ummata Imalaa tire irratti dhumaa as bananiin lubbuun darbe

sqeerrooFebruary 28, 2024

#Gadda_Sukkaneessaa Godina Wallagga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa keessatti humnootiin finxaaleyyii Fi milishootni Amaaraa mootummaan hidhachiise, guyyaa hardhaa konkolaataa ummata fe’atee…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Irreechi Birraa guyyaa Uummanni Oromoo bacaqii gannaa ofkalee booqaa birraatti ba’uu isaaf Waaqa isa Uumeef galata galchuuf jecha malkaa bu’uun kan irreeffatuudha.
  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.