Miseensotni raayyaa Ittisa impaayerattii 8 sirna bilxiginnaa ganuun WBOtti makaman. waraanni pp Caasaan waraana murna bilxiginnaa aangoo...
Bara lakkoobsa Itiyoophiyaa xumuramaa jiru kana keessatti dhiittaan mirga namoomaa hedduun raawwatamuu isaa Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa...
Conflicts, attacks in #Oromia, security situation in Amhara regions “extremely concerning”: new Ethiopian Human Rights Commission annual...
Dhaamsa Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibbaa Jaal Gammachuu Abbooyyee Miseensota Waraanaa fi deeggartoota akkasumas Ummata Oromoof...
Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan...
Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka...
Obboo Addunyaa Magarsaa: ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo Obb Addunyaa Magarsaa bara 1976f Suudanii qabamee mana hidha lafa...
J/Abdiwaaq Bantii (1974-2023) Jaal Kaffaaloo Bantii kan maqaan qabsoo “Abdiwaaq Bantii” jedhamu, haadha isaa Aadde Mulunash Muldhataa...
Obbo Waaqoo Tolaa (19–_1996) Obbo Waaqoo Tolaa abbaa isaanii Obbo Tolaa Boosoo fi haadha isaanii aadde Nuurituu...
Waarshaan Sukkaara Finca’aa hojii erga dhaabee baatii 3 tahuu beekame. Waarshaan sukkaara Finca’aa erga oomisha sukkaaraa dhaabee...