Qabsaa’ota Oromoo yakka tokko malee M/Hidhaatti dararamaa jiraniif duula Twitter
Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka gahutti kan karoorfameedha!…
Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati. Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka gahutti kan karoorfameedha!…
Obboo Addunyaa Magarsaa: ‘Abbaa Gurraachaa’ qabsoo Oromoo Obb Addunyaa Magarsaa bara 1976f Suudanii qabamee mana hidha lafa jalatti hidhame. Obboo…
J/Abdiwaaq Bantii (1974-2023) Jaal Kaffaaloo Bantii kan maqaan qabsoo “Abdiwaaq Bantii” jedhamu, haadha isaa Aadde Mulunash Muldhataa Birru fi abbaa…
Obbo Waaqoo Tolaa (19–_1996) Obbo Waaqoo Tolaa abbaa isaanii Obbo Tolaa Boosoo fi haadha isaanii aadde Nuurituu irraa Godina Wallaggaa…
Waarshaan Sukkaara Finca’aa hojii erga dhaabee baatii 3 tahuu beekame. Waarshaan sukkaara Finca’aa erga oomisha sukkaaraa dhaabee baatiiwwan sadii tahee…
Yaadannoo Waggaa 3ffaa Ajjeefamuu Artistii Jaallatamaa Hacaaluu Hundeessaa Ilaalchisee Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo – ABO Waxabajjiin 29, 2023 guyyaan…
#Oduu_Gaddaa Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Guduruu keessatti waraanni mootummaa dargaggoota 5 rasaasaan ajjeese. Oromiyaa bakkoota adda addaa keessatti ajjeechaan…
#Oduu_Gaddaa Shaggar kibba lixaa Aanaa Qarsaa Maallimmaatti waraanni mootummaa namoota 8 bakka tokkotti rashane. Kibba Lixa Shaggar aanaa Qaarsaa Maallimmaa…
Hundeeffama ABO waggaa 50ffaa ilaalchisee ABOn ibsa Miidiyaaleef kennan Hayyu Dureen ABO J/Daawud Ibsaa guyyaa har’aa Waxabajjii 23, 2023 ibsa…
Eight killed, 13 injured in fresh attack in Kiremu, East Wollega, local admin accuses “extremist group” from Amhara region Eight…