Artist Alii Birraa dhukkubsatee yaalamaa jiraachuu maatiin himan
Artist Alii Birraa dhukkubsatee yaalamaa jiraachuu maatiin himan (SQ-Onkoloolessa 19,2022) Artistiin gameessi Alii Birraa dhukkubsatee wallaansarra jiraachuu maatiifi namoonni qaamaan…
Artist Alii Birraa dhukkubsatee yaalamaa jiraachuu maatiin himan (SQ-Onkoloolessa 19,2022) Artistiin gameessi Alii Birraa dhukkubsatee wallaansarra jiraachuu maatiifi namoonni qaamaan…
Wallagga Lixaa Mana Sibuutti Waraanni mootummaa Bilxiginnaa ilmaan Oromoo sadii ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 19,2022) Godina Wallagga lixaa aanaa Mana Sibuu keessatti…
Ce’umsi Haqa Qabeessi Furmaata Biyya Kanaati Maqaa ittiin aangoorra turan jijjiirrachuu fi tooftaa ittiin Oromiyaa cabsanii fi dararan tolfachuu malee…
Magaalaan Shiree humna waraanaa Itoophiyaan to’atamuun gabaafame (SQ-Onkoloolessa 18,2022) Humni waraanaa Itoophiyaa magalota gurguddoo naannoo Tigraay keessaa tokko kan taate…
Wallaggaa Bahaa Kiiramuutti Faannoon namoota 40 ol ajjeesse. (SQ – Onkoloolessa 18,2022) Finxaaleyyiin Amaaraa gareen goolessaa Faannoo jedhaman daangaa Oromiyaa…
MCBNO fi ABO Oromoo duwwaa osoo hin taane Itoophiyaa guutuun, Lammiileen Oromiyaa fi Itoophiyaa guutuun gaaga’ama siyaasaa hamaaf saaxilamaniiru. ABO…
Godina Shaggar Kibba -Lixaatti Aadde Kokabee kan jedhaman mana hidhaa keessatti ajjeefaman. (SQ – Onkoloolessa 15,2022) Oduun guyyaa har’aa ba’e…
Waldaan Maccaa fi Tuulamaa adeemsa daangaa bulchiinsaa magaalaa Finfinnee sararuu jechuun deemame morme. (SQ-Onkoloolessa 15,2022) Waldichi ibsa baaseen bu’uura Heera…
Hongeen Oromiyaa keessatti shamarran umrii malee akka heerumaniif saaxilaa jira jedha jaarmiyaan baraarsa daa’immanii UNICEF. (SQ-Onkoloolessa 15,2022) Fiinxee Mohaammad jedhamti…
Waraani PP Ilmaan Oromoo bakkoota hedduutti adamsee lubbuu balleessuu itti fufe. (SQ Onko 13,2022) Badii fi gaaffii tokko malee, lammiiwwan…