Gujii Bahaa Ona Liibanitti namoonni beelaan lubbuu dhaban.
Gujii Bahaa Ona Liibanitti namoonni beelaan lubbuu dhaban. (SQ-Hagayya 09,2022) Gujii Bahaa Ona Liiban ganda 8 irraa ummata buqqa’ee karaa…
Gujii Bahaa Ona Liibanitti namoonni beelaan lubbuu dhaban. (SQ-Hagayya 09,2022) Gujii Bahaa Ona Liiban ganda 8 irraa ummata buqqa’ee karaa…
Hubachiisa Gamtaa Afrikaatiin Kenname Ilaalchisee Ibsa ABO Hagayya 08, 2022- Finfinnee Duudhaan bu’uuraa ABO, dhimmootni walitti bu’iinsaa fi siyaasaa kamuu…
Osoo Uummanni Naannoo Tigraay rakkoo keessatti uggura jala jiruu marii’achuun hin danda’amu jedhe Dubbii himaan Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraayi(TPLF)…
Waraanni Mootummaa Naannoo Beenishaangul Gumuz Toongootti manguddoo tokko ajjeessun dargaggoota lama madeesse. (SQ-Hagayyaa 8,2,222) Ajjeechaan ilmaan Oromoo Oromiyaa keessattii fi…
Harargee lixaatti maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo qallabdu jedhuun hidhaan jabaatee itti fufuu jiraattonni himan. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa maqaa…
Oromiyaatti Beelli Dhoksamee Lubbuu Namaa Galaafataa Jira jedhe Kongireesii Federaalawaa Oromoo KFO’n. (SQ-Hagayyaa 8,2022) Godinaalee Oromiyaa garaa garaatti waqtiin roobaa…
(SQ-Hagayya 7,2022) Waraanni mootummaa Bilxiginnaa maqaa “Shanee” barbadeessuu jedhuun qe’ee ummataa weeraree hammeenya raawwataa jiru, Hagayya 05,2022 Godina Shaggar Kaabaa/Salaalee…
Horroo Guduruu Wallaggaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo tokko mana hidha baasun ajjeessan. (SQ-Hagayyaa 7,2022) Hagayyaa 5,2022 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa…
Waraanni Bilxiginnaa shawaa kaabaatti Daa’ima waggaa 10 ajjeesuun, qonnaan bultoota 2 madeessun uummata nagaa qe’ee isaanirraa buqqisaa jiraachuu jiraataan Godinichaa…
Amuruutti Shiftoonni Faannoo dubartii ulfa baatii 8 fi Ilmoo ishee ajjeesan. (SQ – Hagayya 06,2022) Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona…