Naqamteetti Waraanni Bilxiginnaa Namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesse.
Naqamteetti Waraanni Bilxiginnaa Namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesse. (SQ-Adoolessa 05,2022) Ilmaan Oromoo Mana hidhaatii baasanii Ajeesuun direetti gatuun…
Naqamteetti Waraanni Bilxiginnaa Namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesse. (SQ-Adoolessa 05,2022) Ilmaan Oromoo Mana hidhaatii baasanii Ajeesuun direetti gatuun…
Komishiniin poolisii Oromiyaa fi Abbaan Alangaa Hogganootaafi Qondaalota olaanoo ABO mana murtitti dhiyeessuu dide. (SQ – Adoolessq 04,2022) Akka Ajaja…
Mootummaan Hooggantoota fi Miseensota koo hidhuu, ukkaamsufk doorsisuu hammeessee jira jedhe KFOn. (SQ-Adoleessa 3,2022) KFOn ibsa harโa baaseen, mootummaan biyya…
Wallaggaa Lixaa Qondaalaatti Waraanni Bilxiginnaa Guyyaa Sadii Gidduutti Namoota Nagaa 80 ol ajjeessun dhaga’ame. (SQ – Adoleessa 03,2022) Torban tokkoo…
๐๐๐ซ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐-๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐๐ฌ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐, ๐๐๐๐ Walitti buโinsaa fi wal-waraansi…
Komiishiniin Mirga namoomaa UN sarbama mirgoota namoomaa waraana Kaaba Itoophiyaa qoratu gara biyyaa seenuuf hayyama argachuun dhaga’ame. (SQ-Adoleessa 1,2022) Komiishiniin…
Magaalaa Viiktooriyaatti Waxabajjii 29 Guyyaa Oromoo jedhamuun moggaafame. (SQ-Adoleessa 1,2022) Biyya Kaanaadaa, Kutaa British Colombiaโtiif magaalaa guddoo kan taate, Magaalaa…
Hiriira mormii bulchiinsa waraanaa Sudaan irratti namoonni sagal ajjeefaman (SQ-Adoleessa 1,2022) Hiriira mormii bulchiinsa humna waraanaa Sudaan irratti gaggeeffamaa jiruun…
Waraanni Bilxiginnaa Godina Kibba Lixa Shaggaritti Uummata Gidirsaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 30,2022) Ummanni Godina Kibba Lixa Shaggar Onoota Walisoo, Gooroo…
Manni Murtii Bilxiginnaa Miseensa Gumii Saba ABO jaal Amaan Filee irratti murtii dabaa waggaa 10 dabarsuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 30,2022) Miseensa…