Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan.
Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan. (SQ – Adoolessa 11,2022) Humni Addaa Naannoo Amaaraa fi hidhattootni…
Kaabaa Oromiyaa Wallootti Faannoo fi hidhattoonni Amaaraa weerara banan. (SQ – Adoolessa 11,2022) Humni Addaa Naannoo Amaaraa fi hidhattootni…
Godina Baalee aanaalee garagaraatti hongee mudateen ummanni balaa beelaatiif saaxilamuun miidhamaa jiraachuun himame. (SQ-Adoolessa 10,2022) Balaa beelaa isaan mudateen ummanni…
Waraanni Bilxiginnaa Godina Wallagga Bahaatti maatii tokko keessaa namoota 3 dabalatee uummata nagaa 7 yoo ajjeesu Shawaa Bahaatti ammoo obbolaa…
(SQ-Adoolessa 9,2022) Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti Waraanni Bilxiginnaa Waraana Bilisummaa Oromoof dawoo taataniittu jechuun dararaan Ummata nagaa irraan gahaa…
Senaatarri bulchiinsa Oriigan Jeef Meerkileey gaaga’amni namoomaa uummata Oromoo irra gahaa jiru isaan yaaddessuu himan. (SQ-Adoolessa 9,2022) Waajjirri dhimma alaa…
Dhaabbanni Dhiyeessii Boba’aa Itiyoophiyaa bara 2015 tti boba’aa bituuf doolara biliyeena 5.6 na barbaachisa jedhe. (SQ-Adoolessa 7,2022) Hangi maallaqaa guddaan…
Baankiin Oromiyaa Damee isaa Maqaa Artistifi Qabsa’aa Oromoo Eebbisaa Addunyaattin Moggaase Finfinneetti Bane. (SQ-Adoolessa 7,2022) Baankii Oromiyaa Damee isaa haara…
Koreen Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN Mana Murtiitti Dhiyaatan. (SQ – Adoolessa 07,2022) Miseensotni Koree Mootummaa Ce’umsaa…
Miseensi mana maree bakka bu’oota Uummataa Hangaasaa Abiraahim Kan Uummata nagaa fixaa jiru, Waraana Bilisummaa Oromoo osoo hin taane Perezedaanti…
Itoophiyaatti waraanni Tigraay gidiraa Oromiyaa keessatti deemaa jiru dhokseera jedhe Human Raayitis Waach (SQ-Adoolessa 5/2022) Jaarmiyaan idil-addunyaa mirga namoomaaf dhaabbatu…