IMG_3449
Ummatni Oromoo Walloo duula sanyii duguuggaa irratti banameen hedduun miidhamee Magaalaa Adaamaatti hospitaala keessatti yaalamaa jiru.
Ummatni Oromoo golee Oromiyaa Ummata Oromoo Walloof haa dirmatuun dhaamsa keenya.
Obboleeyyan keenya Walloo irara dhufanii Hospitaala Adaamaa jiran tarrisni isaanii:
1. Aliyyi Umar Jaarraa
2. Aliyyi Muusaa Umar
3. Muhaammad Aliyyi Muhaammad
4. Muhaammad Usmaan Jaarraa
5. Huseen Hasan Baqqalaa
6. Muhaammad Abdallaa Ahmad kanneen jedhamanidha.