Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: February 2022

Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Gujiitti barataa kutaa 12 rasaasaan ajjeesee allayyaatti Gate.

sqeerrooFebruary 22, 2022

(SQ-Gurraandhala 22/2022) Godina Gujii Lixaa Aanaa Malkaa Sooddaa jedhamutti Waraanni Bilxiginnaa Barataa kuta 12ffaa Biiqqaa Bariisoo jedhamu magaaluma keessatti qabuun…

Uncategorized

Gullisootti waraanni shiftaa pp barattoota lama ajjeese

sqeerrooFebruary 22, 2022

(SQ-Guraandhala 22, 2022) Wallagga Lixaa aanaa Gullisoo ganda Mannii Waayyuu keessatti, guyyaa har’aa ganama waraanni shororkeessaa Abiy Ahmadiin hoogganamu barattoota…

Uncategorized

Gujiitti Waraanni Bilxiginnaa Barataa kutaa 12 ajjeesun Abiddan gube.

sqeerrooFebruary 21, 2022

  (SQ-Gurraandhala 21,2022) Godina Gujii Lixaa naannawaa Bulee Horaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo Oromoo Gara Jabeenyaan erga ajjeese booda Boba’a itti…

Uncategorized

Finxaaleyyiin Amaaraa Giddaa Ayyaanaatti namoota hedduu ajjeesuun dhaga’ame.

sqeerrooFebruary 21, 2022February 21, 2022

Finxaaleyyiin Amaaraa Giddaa Ayyaanaatti namoota hedduu ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Gurraandhala 21/2022) Finxaaleyyiin Amaaraa daangaa Oromiyaa ce’uun gocha sanyii duguuggaa raawwachaa turaniifi…

Uncategorized

‘Dhimmi hiree murteeffannaa uummata Tigraay mariif kan dhiyaatu miti’- Dr Dabratsiyoon

sqeerrooFebruary 19, 2022February 19, 2022

(SQ -Guraandhala 19/2022) Waraana Tigraay dhaabsisuuf tattaaffiin taasifamaa jiru kan abdii namatti horu ta’us, mootummaan federaalaa yeroo kanatti fayyadamuun humna…

Uncategorized

ABO fi KFO dabalatee Paartileen Siyaasaa 5 yeroo ji’a tokko hin caalle keessatti yaa’ii waliigalaa akka taa’aniif murtoo Boordiin Filannoo Biyyoolessaa dabarse paartileen morman.

sqeerrooFebruary 19, 2022February 19, 2022

ABO fi KFO dabalatee Paartileen Siyaasaa 5 yeroo ji’a tokko hin caalle keessatti yaa’ii waliigalaa akka taa’aniif murtoo Boordiin Filannoo…

Uncategorized

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti, Waraanni Milishaa Amaaraatiin ummata irratti baname itti fufe.

sqeerrooFebruary 18, 2022

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti, Waraanni Milishaa Amaaraatiin ummata irratti baname itti fufe. (SQ-Gurraandhala 18,2022) Aanaa Amuruutti, Gurraandhala 14/2022…

Barsiisaan Yunvarsiitii Dambi Doolloo Diroonii kalaqe.
Uncategorized

Barsiisaan Yunvarsiitii Dambi Doolloo Diroonii kalaqe.

sqeerrooFebruary 17, 2022February 17, 2022

Barsiisaan Yunvarsiitii Dambi Doolloo Diroonii kalaqe. (SQ-Gurraandhala 17,2022) Barsiisaa Yuunibarsiitii Dambi Doolloo kan ta’e Amanu’eel Baalcha Diroonii kalaquun Kaleessa Gurraandhala…

Uncategorized

Shawaa Lixaa Abuunaa Gindabaratitti Waraanni Bilxginnaa namoota 9 ajjeesuun mana namoota 3 ammoo ibiddaan barbadeesse.

sqeerrooFebruary 17, 2022

Shawaa Lixaa Abuunaa Gindabaratitti Waraanni Bilxginnaa namoota 9 ajjeesuun mana namoota 3 ammoo ibiddaan barbadeesse. (SQ-Gurraandhala 17,2022) Godina Shawaa Lixaa…

Uncategorized

Itoophiyaatti namoonni labsii yeroo muddamaan hidhaman hatattamaan akka hiikaman US fi Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafatte

sqeerrooFebruary 17, 2022

Itoophiyaatti namoonni labsii yeroo muddamaan hidhaman hatattamaan akka hiikaman US fi Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafatte (SQ-Gurraandhala 16/2022) Mootummaan Itoophiyaa…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.