Jardagaa Jaarteen har’a harka humnoota Amaaraa harkaa ba’uun dhaga’ame.
Jardagaa Jaarteen har’a harka humnoota Amaaraa harkaa ba’uun dhaga’ame. <Sagalee Qeerroo Mudde ~ 11/2022> Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa…
Jardagaa Jaarteen har’a harka humnoota Amaaraa harkaa ba’uun dhaga’ame. <Sagalee Qeerroo Mudde ~ 11/2022> Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa…
IBSA EJJENNOO BARATTOOTA UNIVERSITY SAAYINSII fi TEEKNOOLOOJII ADAAMAA(ASTU) Muddee 2022 Akkuma beekamu yeroo ammaa kana keessatti uummanni Oromoo daangaa isaarraa…
Waamicha ABOn ummatni Oromoo of irraa ittisee of baraaruu qaba jedheen hawaasni Oromoo biyya Ambaa Sudaan jiraatan ummata isaanii ajjeefamaa…
Waggaa hedduu dura biyya Jarmanitti wal arganii qabsoon Oromoo tooftaa ittiin galma gahuu qabu irratti mariiyatan. KFOn qabsoo karaa nagaa…
Yuuniversiitii Mattuutti barsiisota maatiin jalaa wareegamee gadda taa’an humni pp ukkaamse. <Sagalee Qeerroo -Mudde 10/2022> Humni waraanaa bilxiginnaa Barsiisota Mattuu…
#Naqamtee Humni waraanaa bilxiginnaa barattoota karaa nagaa sagalee isaanii ummata Oromoo mormi irraa citeef dhageesisaa jiran irratti reebicha hamaa qaqqabsiisaa…
Uummata Oromoo fi Oromiyaa Baraaruuf Waamicha Waliigalaa Kongireesii Fedaraalawaa Oromoo (KFO) irraa Dhiyaate ******** Kongireesiin Feederaalawaa Oromoo (KFO)n erga Kongireesii…
Muddee 8/2022 Yuunivarsiitii Dirree Dawaatti barattootni sagalee isaaniii karaa nagaa dhageessisan hidhamanii jiran. Isaan keessaa Muummee Mechanical Engineering keessaa 1.…
Waraanni Bilxiginnaa barattoota Oromoo karaa nagaa dhuminsa duguuggaa sanyii gaggeeffameef sagalee dhageesisan dhabamsiisaa jira. <Sagalee Qeerroo-Mudde 7/2022> https://t.me/hordofaa (19) SAGALEE…
Qorichii Roorroo Qabsoodha Falmadhu sabakee baraari!! Yuunvarsiitii Haramaayaatti hiriira mormiin walqabatee humni waraanaa Bilxiginnaa barattoota 30 yoo hidhu, hedduus reebuun…