Hoogganaan Tigraay marii ifaa Keeniyaatti gaggeeffamuuf qophii ta’uu ibsan (SQ-Waxabajjii 15,2022) Dursaan TPLF Dabratsiyoon Gabramikaa’eel(PhD) mootummaan isaanii...
Year: 2022
Baga Hundeeffama Sagalee Bilisummaa Oromoo waggaa 34ffaa geessan. Deemsa Seenaa Sagalee Bilisummaa Oromoo. (SQ – Waxabajjii 14,2022)...
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa Magaalota Gurguddaa Godinaalee lama seenuun haleellaa jabaa geeggeessa jiraachuun beekame. (SQ-Waxabajjii 14,2022)...
Waraanni Bilxiginnaa Arsii Bahaafi Lixaatti baatii 3 gidduutti daa’ima ji’a lama dabalatee namoota nagaa 74 ol hidhuu...
Qondaalli Olaanaan ABO obbo Mikaa’el Booran Wal’aansa Gahaa Dhabuun Dhukkubni Itti Hammaatee jiraachuu maatiin himan. (SQ-waxabajjii 13,2022)...
Waraanni fi Tikni Bilxiginnaa Miseensoota ABO hidhu itti fufan. (SQ-Waxabajjii 12,2022) Hoggantoota fi qondaloota ABO hidhun dararaa...
DACHAASAA WIIRTUU EENYU? =========================== YEROO 4FFAAF HIDHAMEE MANA HIDHAA KEESSATTI DARARAMAA JIRA. ============== Hundeeffama sochii Qeerroo Bilisummaa...
ABO’n Oromoofi Oromiyaa jeequmsa, diigamufi nageenyi ishee akka eegamuuf furmataa Siyaasa tokkicha Mootumma Cehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa...
Haasaa Obbo Jawaar Mahaammad Biyya Norway Olsotti dhimma impaayera Xoopiyaa fi qabsoo bilisummaa Oromoo irratti dubbate ilaalchisun...
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba bahaa Waraana Bilxiginnaa haleele. (SQ-Waxabajjii 12,2022) Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa...