Bilxginnaan miseensota ABO hidhu jabeessee itti fufee. (SQ- Waxabajjii 21,2022) Kibba Baha Oromiyaa Godina Arsii lixaa Ona...
Year: 2022
Waraanni Bilisummaa Oromoo ajjeechaa naannawaa Gimbiitti raawwatamee cimsee balaaleffachuun qaamoleen walabaa akka qorataniifis waamicha dhiyeessee (SQ-Waxabajjii 20,2022)...
Waraanni Bilxiginnaa reeffa Obboleessa Jaal Lammii akka uummanni hin awwaale dhorkatee. (SQ – Waxabajjii 19,2022) Mucaa xiqqaa...
Ajjeechaa suukanneessaan Viidiyoon marsaalee hawaasaa irraa naanna’aa jiru Walloo aanaa Daawwaa Caffaatti raawwatamuu Komishiniin Mirga Namoomaa Xoopiyaa...
Ajjechaan Jumlaa Guyyaa Saafaadhaan Lammiilee Oromoo Irratti Xiygeeffatee Humnoorq Mootummaatin Raawwatamaa Jiru Rakkoo Oromiyaa Fi Guutummaa Biyyattii...
Waraanni Bilxiginnaa Obboleessa Qondaala ABO Lammii Beenya kan ta’e Dargaggoo Hundaa’ol Beenyaa Naqamteetti ajjeessan. (SQ – Waxabajjii...
Oromiyaa Kutaalee adda adda keessatti Waraanni Bilxiginnaa dargaggoota Oromoo humnan ukkaamsun gara adda waraanaatti ergaa jiraachuu dhaga’ame....
Magaalaa Gambeellaa fi Naannooshe Keessatti Lammiileen Oromoo Nagaan Humna addaa Gambeellaatiin ajjeefama jiraachuun beekame. (SQ-Waxabajjii 16,2022) Odeessi...
Manni murtii Walii gala Oromiyaa Beellama Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoota ONN marsaa...
Badhaasni ‘Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 bara 2014 Akka geggeeffamu Koreen Fawondation Hacaluu hundeessaa Ibsa har’a miidiyaaleef kennaniin...