Giddu Gala fi Kibbaa Oromiyaatti daa’immaan abbaa isaaniitu miseensa Waraana Bilisummaa Oromooti jedhamun Waraana mootumma Bilxiginnaan ukkaamfamaa...
Year: 2022
Ibsa Dabalataa Kan ABO- Dhimma Alaabaa Ilaalchisee Waxabajjii 9, 2022 ABOn, xalayaa gaafa 06-06-2022 lakk.022/xly-abo/2022 gara Partii...
Waraanni Bilxiginnaa Golee Oromiyaa hunda keessatti ilmaan Oromoo jumlaan hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Waxabajjii 9,2022) Waraanni mootummaa...
Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO Jaal Mikaa’el Booran dhukkubsachuun Hospitaala Poolisii Federaala seenuun dhaga’ame. (SQ-Waxabajjii 9,2022)...
Ajjeechaa Godina Gujiitti Lammiilee Nagaa Irratti Raawwatameef Kan Itti Gaafatamu Mootummaa Dha 𝙄𝙟𝙤𝙤 𝘿𝙪𝙗𝙗𝙞𝙞 𝘼𝘽𝙊 – 𝙒𝙖𝙭𝙖𝙗𝙖𝙟𝙟𝙞𝙞...
Shawaa lixaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 2 ajjeesuun nama 1 madeessuun beekame. (SQ-Waxabajjii 7,2022l) Maqaa duula waraana...
Jaal Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Media Hawaasa fayyadama akka hin jire beeksisan. (SQ-Waxabajjii 7/2022) Erga Jaal Koloneel Gammachuu...
Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti hiriirri mormii geggeeffamaa jira. (SQ-Waxabajji 6, 2022) Barattootni Yuunivarsiitii Bulee Horaa ajjeechaa fi...
Ibsa Damee Dubartootaa fi Daa’immanent Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Irraa kenname. Waxabajjii 05,2022. ==================================== Ummatni Oromoo guyyaa...
Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname =================================== Adeemsa raawwii marii biyyaalessaa ilaalchisee garaagarummaa yaadaa mootummaa fi qaamolee...