Report-63 Death, destitution and disease in Oromia Over 5300 killings of Oromo civilians have now been recorded...
Year: 2023
Ammas Ajjeechaan Gara Jabinaan Ummata Nagaa Irratti Deemaa Jiru Dhaabbachuu Qaba! Ijoo Dubbii ABO 30,12,2023 Mootummaan biyya...
Biyya Abbaa Irree Malee Mootummaan Ummataa Hin Jirre Keessatti Ummanni Akka Baalaatti Harca’a! Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa...
Mooraa Yuunvarsiitii Dambidoolloo keessa seenuun waraanni mootummaa barattoota ukkaamsuun fuudhee dhabamsiisaa jira jedhame. Wiixata darbe jechuun muddee...
Gocha Suukanneessaa Ummata Nagaa Irratti Raawwatamaa Jiruuf Kan Itti Gaafatamu Mootummaa PP Dr.Abiyyii Ahmadiin Durfamuu Dha. Ijoo...
Wixineen Labsii Ministerri Barnootaa Qopheesse, Eeyyama Dubartoonni Dahumsaa Fudhatan Daangessu Aggaammii Mirga Dubartootaa Irratti Taasifamee dha. Ibsa...
Yuuniversiitii Naannoo Amaaraa keessa jiran keessatti sirni baruu fi barsiisuu dhaabbateera. Walitti bu’insa Naannoo Amaaraa keessatti humnoota...
Deetaan ministeera Nagaa itiyoophiyaa obbo Taayyee Danda’aa aangoo irraa kaafaman. Obbo Taayyeen aangoo irraa kaafamuu isaanii...
Nama qonna ykn daldala barate waraana hooggansiifna jedhan Ministeerri ministeera Deetaa Nagaa Itiyoophiyaa obbo Taayyee Danda’aa! Obbo...
Halagaan hanga Oromiyaan geessu hubatanii siyaasaa Oromoo keessaa yoo hin galin nagaan hin jiru. Muddee 3-12-2023. Galma...