Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii keessatti Waraanni goolessaan PP dargaggoota mana Amantaa keessatti kadhannaa irra turan qabanii...
Year: 2023
#Boosat Waraanni murni PP Abiyyiin hogganamu Shaggar Bahaa Boosat keessatti dubartii nagaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hidhata...
Mootummaan araaraaf qophii tahuu isaa nutti argisiisuuf hidhamtoota siyaasaa hidhaa jiran haalduree tokko malee hiikuu qaba jedhan...
Mootiin shaggooyyee Artist Haaloo Daawwee Addunyaa kana irraa du’aan boqotte. Artist Haaloo Daawwee umurii ishee ijoollummaa irraa...
Shaggar lixaa Aanaa Cobiitti waraanni Bilisummaa Oromoo ummata naannoo waliin tahuun Irreecha bara kanaa 2023 irreeffachuun nagaan...
Waldhabdee Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo :BilchinaHooggansaa fi Galma Gahiinsa Qabsoo Oromiyaatiif Leenjisaa Kitilaa-tiin Waldhabdee (conflict)...
#yakka_ulfaataa Humnootni Finxaaleyyii Amaaraa Faannoon haala suukkaneessaan ilmaan Oromoo morma irraa kutanii handhuura irra kaayanii ittin dhaadataa...
Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa irraa jalqabanii Godina Salaalee Darraa haleelaa jiru. [SQ,Onkoloolessa 2,2023] Finxaaleyyiin Faannoo kaleessa Onkoloolessa 1,2023...
Magaala Gimbiitti hawaasni geejjiba dhabuun danqame. [SQ,Onkolooleess 2,2023] Wallagga Lixaa magaalaa Gimbii irraa uummati Oromoo danqamuu odeessi...
Suuraa sochii Faannoo Godina Jimmaa saaxilte jechuudhaan dargaggoon Sulxaan Abbaa Joobir hidhame [SQ,Fulbaana 30 2023] Jiraataa Aggaaroo...