Mormii Magaalaa Adaamaatti dhoheen “Namoota 3 du’anii fi madaa’an argeera” – jiraataa
#Adaamaa “Namoota 3 du’anii fi madaa’an argeera” – jiraataa Magaalaa Adaamaa keessatti; Mormii Aanaa Haroretii fi Aanaa Torben Oboo Bokkuu…
#Adaamaa “Namoota 3 du’anii fi madaa’an argeera” – jiraataa Magaalaa Adaamaa keessatti; Mormii Aanaa Haroretii fi Aanaa Torben Oboo Bokkuu…
#Yakka_Sukkaneessicha Yakka Sukaaneessaa waraanni Abbaa Irree Abiyyiin hogganaman godina shaggar Bahaa Aanaa Boosat Ganda #Araarsoo fi Beerroo jedhaamu keessatti Shamaaree…
Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti amantoonni Waaqeffannaa 80 ol hidhaman. Yeroo hordoftootni Amantaa kiristaanaa daandiirra deemanii wangeela lallabaa oolanitti hordoftootni amantaa…
#Odeeffannoo_Gaddisiisaa : Godina Shaggar kibba lixaa Aanaa Noonnoo Ganda Qondaalaa jedhamutti hidhattoonni finxaaleyyii Amaaraa waxabajji 14/6/2024 gocha hammeenyaa ummata Oromoo…
Hojjettoonni mootummaa kiraa manaa kaffaluu dadhabanii dhokatanii biiroo keessa akka bulaniifi Kanneen jireenyi isaan rakkise sa’aatii laaqanaa mana amantaatti akka…
Falli Dhibdee Siyaasaa Itiyoophiyaa maali? Lammii Beenyaatiin. Dhibdeen Itiyoophiyaa dhibdee Siyaasaati.Dhibdee turee fi jiru;tarii fuuldurattis jiraachuu kan malu yaada faallaa…
Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa dhimma hoggantoota ABO mana hidhaa jiranii irratti manni maree bakka bu’oota uummataa deebii akka kennu gaafate.…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti ajjeechaan murtee seeraa malee namoota nagayaa 9 irratti raawwatamuun dhagahame. Loltoonni mootummaa ganda Haqoo Kaarraa…
Mootummaan Itoophiyaa waraana Kaaba Itoophiyaatti waggoota lamaaf gageefamaa ture keessatti dirooniiwwan kanatti fayyadamaa hiree waraana sanaa jijiiruu danda’eera. dironii Godina…
Godina Horroo Guduruutti Dirooniin ummata nagaa irratti boombii darbachuuf osoo lafa tti dhiyyaattee jirtuu sababa hin beekamneen kuftee caccabde. Oromiyaa…