Humni Qilleensaa Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti Uummata nagaa haleele. (SQ-Ebla 22,2022) Kaleessa haleellaan Diroonii kun raawwatamuun dura Helikoopterri...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Dargaggoo Gumii Surichoo Layeefi Galma Taarii Magaalaa Finfinnee keessa tika Bilxginnaan qabamun hidhaman. (SQ-Ebla 22,2022) Yeroo...
Weerara Namoota Nagaa – Oromoota Walloo irratti Mootummaa PP fi Mootummaa Naannoo Amaaraatiin Gaggeeffamaa Jiru Ilaalchisee Ibsa...
Faannoon Shawaa Bahaatti Ambulaansii gube. (SQ-Ebla 21,2022) Waajjirri dhimmoota kominikeeshinii Godina Shawaa Bahaa fuula miidiyaa hawaasaa isaan...
Oromo sisterhood project group (OSPG) Let stand in solidarity and support WBO OSPG cordially invites you to...
Jaallan Mana hidhaa keessatti sagalee dhabaniif sagalee haa taanu. (SQ-Ebla 19,2022) Koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaaaa Biyyaalessaa Naannoo...
Kaabi Oromiyaa Walloon haala ulfaataa keessa jira. (SQ-Ebla 18,2022) Akka maddeen oduu gabaasaa jiranitti kaleessaa qabee Kaaba...
Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaatti nama 1 yoo ajjeesu, Wallagga Lixaatti Kantiibaa Haroo Wancii duraanii ajjeesan (SQ-Ebla 18,2022)...
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Yuunversiitii Jimmaa Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo kabajun irbuu isaanii haareffatanirru! Q Sagalee...