(SQ-Gurraandhala 22/2022) Godina Gujii Lixaa Aanaa Malkaa Sooddaa jedhamutti Waraanni Bilxiginnaa Barataa kuta 12ffaa Biiqqaa Bariisoo jedhamu...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
(SQ-Guraandhala 22, 2022) Wallagga Lixaa aanaa Gullisoo ganda Mannii Waayyuu keessatti, guyyaa har’aa ganama waraanni shororkeessaa Abiy...
(SQ-Gurraandhala 21,2022) Godina Gujii Lixaa naannawaa Bulee Horaatti Waraanni Bilxiginnaa Dargaggoo Oromoo Gara Jabeenyaan erga ajjeese...
Finxaaleyyiin Amaaraa Giddaa Ayyaanaatti namoota hedduu ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Gurraandhala 21/2022) Finxaaleyyiin Amaaraa daangaa Oromiyaa ce’uun gocha sanyii...
(SQ -Guraandhala 19/2022) Waraana Tigraay dhaabsisuuf tattaaffiin taasifamaa jiru kan abdii namatti horu ta’us, mootummaan federaalaa yeroo...
ABO fi KFO dabalatee Paartileen Siyaasaa 5 yeroo ji’a tokko hin caalle keessatti yaa’ii waliigalaa akka taa’aniif...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti, Waraanni Milishaa Amaaraatiin ummata irratti baname itti fufe. (SQ-Gurraandhala 18,2022) Aanaa...
Barsiisaan Yunvarsiitii Dambi Doolloo Diroonii kalaqe. (SQ-Gurraandhala 17,2022) Barsiisaa Yuunibarsiitii Dambi Doolloo kan ta’e Amanu’eel Baalcha Diroonii...
Shawaa Lixaa Abuunaa Gindabaratitti Waraanni Bilxginnaa namoota 9 ajjeesuun mana namoota 3 ammoo ibiddaan barbadeesse. (SQ-Gurraandhala 17,2022)...
Itoophiyaatti namoonni labsii yeroo muddamaan hidhaman hatattamaan akka hiikaman US fi Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafatte (SQ-Gurraandhala...