Lixa Oromiyaa , Giddu Galeessa fi Kibbaa Oromiyaa irraa networkiin bakkoota tokko tokkotti adda citee jira.
(SQ-Gurraandhala 26,2022) Mootummaan Bilxginnaa Oromiyaa bakkoota heeddutti Uummata Oromoo ajjeefasa, hidha, qabeenya isaa barbadeessaa, qe’ee isaa irraa buqqisaa jira. Rakkoo…