Abiyyi Ahimed aangoo isaa tiksachuuf lubbuu lammiilee nagaan Tirga (Qumaara) taphataa jira
“Oromoon Masara Miniliik seenu; ofiis,Oromoos balleessee bada” Professor Mararaa Guddinaa‼️ Mootummaan Abbaa Irree PP maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo balleessuu jedhuun…