sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
Kabajni Yaadannoo FDG wagaga 19ffaa Sadaasa 9/2005 dhohe ilaalchisee qabsaa’otni Oromoo yaadatanii darban. Sirna yaadannoo kabaja waggaa...
Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu . Ibsa...
Itiyoophiyaan Addunyaa irraa biyya hiyyeessi keessatti heddummatu jedhamuun sadarkaa 3ffaa yoo qabattu Afrikaa irraa sadarkaa duraa irratti...
Hojjettootni qaama nageenyaa buufata Xiyyaara Boolee namoota Biyya gara 🇨🇦 Kanaadaa Daawwanaaf imalaa turan irraa Doolaara USA...
Hoggantootni fi Qondaaltotni ABO waggoota 4 oliif yakka tokko malee erga dararamaa turanii dhiyyeenya mana hidhaa irraa...
Hoggantoonni Somaaliyaa fi Eertiraa waldhabdeen naannoo dabalaa jiru keessatti ‘abbaa biyyummaa, qulqullina naannoo’ Somaaliyaa irratti mari’ataa jiru....
Ji’oopoolitikii Afrikaa Jibuutiin Ismaa’eel Omar Guelleh Booda Maaliif Qaama Somaliland Ta’uu Qabdi jedhamaa jira? Fuuldurri Jibuutii karaa...
Masiriin meeshaa waraanaa marsaa lammataa gara Somaaliyaatti ergaa jirtu waldhabdee hidha guddicha Itiyoophiyaa waliin qabdu gad fageessuu...
Qondaalli Siyaasaa ABO Jaal Gadaa Gabbisaa erga mana hidhaa irraa bahanii ummata Oromoo isa cinaa turan fuula...