Artist Zarihuun Wadaajoo yaala irra osoo jiranii lubbuun isaa darbe
Artist Zarihuun wadaajoo dhukkubsatee Biyya Hindiitti yaala irra osoo jiruu lubbuun darbe. Ebla 23/2023 Lubbuun turrus eenyu iyyuu du’a…
Artist Zarihuun wadaajoo dhukkubsatee Biyya Hindiitti yaala irra osoo jiruu lubbuun darbe. Ebla 23/2023 Lubbuun turrus eenyu iyyuu du’a…
Magaalaa Adaamaatti Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ayyaana Eid Mubarak sababeeffachuun ilmaan Oromoo Walloo miidhamanii jiran gaafatan. (SQ-Ebla 22/2023) Guyyaa har’aa…
ððĒððĄððĶððĻðĻðð ððĒðēðððŽðð ððŦðŦððððĒ ððĻððĄð ðððĶðĶððð§ðēðð ððĄððĨð ðððĶððð ððĒð§ ðððĨðĨð ðððð°ð°ðððĄðŪðŪ ððĒ ððĄðððððððððĨðð ððððŦð ððððððŽðŽð ððâðð§ ððŪðŦðððŽðŽðŪðŪð§ ðððĨðĨððððĻðĻ ððĻðĻððŪðĶðĶððð§ ððððð ððŦðŦðð…
ðð§ðĄðŪðĶðð§ð ððŦððððĶðð§ð ðĻð ððĻðĨðĒððĒðððĨ ðððððĒð§ðððŽ ðð§ð ðððĨðĒðððĨðĒð§ð ððð ððĨ ðð§ðŽððĒððŪððĒðĻð§ðŽ ðĒðŽ ððĄð ðððĨðĨðĶððŦðĪ ðĻð ðððŪðŽðĒðŊð ððð ðĒðĶððŽ OLF Statement on the Disappearance…
Hoggantootni fi Qondaaloti ABO mana hidhaa Burraayyuu keessaa ebla 18/2023 baafaman eessa akka geeffaman dhabaman. Ebla20/2023 Ukkaamfamuu hogganootaa fi…
Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa dhimma dhabamuu Hoggantootaa fi qondaaltota ABO manager hidhaa Buraayyuu irraa ilaalchisee Xalayaa Banaa barreesse. Ijaarsi…
#Emaltu breaking news: Leaders of OLF in detention in Sheger City(Burayu) are missed. The Oromo Liberation Front(OLF) leaders who have…
Barreessaa olaanaan dhaabbata biyyoota gamtoomanii Antooniyoo Gutaarez kanaan dura Tigraay daawwachuuf karoorsanii mootummaa Itoophiyaatiin heeyyama dhorkamanii akka turan gabaafame.…
Sudaan keessatti humnoonni walwaraanaa jiran sa’atii 24’f dhukaasa dhaabuuf waliigaluu ibsanis, waliigalteen kun ammallee hojiirra hin oolle. Janaraalonni waraanaa gam-lachuu…
Hoggantootni fi Qondaalota ABO mana hidhaa Buraayyuu jiran Ebla 18/2023 achii baafamuun achi buuteen isaanii dhabame. Hoggantootnii fi qondaaltotni…