W/Bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti waraana RIBf manneen barnootaa keessatti gargaarsa buusii dirqisiisaa jiru.
Godina Wallaggaa bahaa aanaa Waamaa Agaloo keessatti qindeessotni manneen barnootaa maallaqa raayyaa ittisa impaayerattii jechuun maallaqa saamaa jiru. Gurraandhala…