Barattoonnifi Qeerroon Bilisummaa Oromoo magaalaa Naqamteetti hiriiraa ba’uun diddaa dhageesisa. Sagalee Qeerroo – Mudde 05,2022 Barattootni Oromoo...
sqeerroo
Ummata keenya keessa teenyee ummata keenyaaf hojjenna!
WallaggaaAmmeeโ๏ธ Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Saasiggaatti Haleellaan Xiyyaaraa raawwatame <Sagalee Qeerroo-Mudde 4/2022> https://t.me/hordofaa Godina Wallaggaa Bahaa duguuginsa...
Ilmaan Oromoo rakkoo hongee baqatanii Harargee irraa wallagga bahaa qubsiifatamanii jiraachaa turan jumulaan ajjeefaman. <Sagalee Qeerroo-Mudde4/2022> Oromoon...
Wallaggaa Lixaa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 3 ajjeesuun tokko ammoo madeesse. (Sagalee Qeerroo-Mudde 3,2022) Godina wallaggaa...
๐๐๐๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐๐ฅ ๐๐ ๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐
๐ข ๐๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐๐๐ญ๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ง ๐๐ก๐๐ ๐โ๐๐ฆ๐ง๐๐๐ง ๐๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ข๐ฏ๐ข๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐...
Wallaggaa keessatti Daa’imman dabalatee ummatni haala hamaan buqqa’aa jira. Sagalee Qeerroo- Mudde 3/2022 Godina wallaggaa bahaa aanota...
Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti haleellaa lama guyyoota muraasa giddu raawwatameen abbaa seeraa mana murtii...
Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru” <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 3/2022> Lola hidhattoonni Amaaraa ‘Faannoo’ jedhaman uummata Oromoo...
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattoonni โFaannooโ gaggeessaniin namoonni hedduun ajjeefaman, ummanni Oromoo aanichaa hundi buqqaโe Sagalee...
Humni hidhate daangaa Oromiyaa cehuun Ummata Oromoo wallaggaa irratti weerara banuun lubbuu hedduu galaafate. Sagalee Qeerroo -Mudde...