Baatii Soomanaatti Bilbila Harkaa fudhatanii mana Amantaa Orthodox seenuun dhorkaa tahuu manni Amantichaa beeksifte
Manni Lubummaa Finfinnee tajaajiltoonni yeroo Qiddaasee fi tajaajila hafuuraa biroo bilbila harkaa qabatanii mana amantaa akka hin seenne dhorkamuu beeksise.…